Haacaaluu Hundessaa Wal Dhabinaaree Скачать

Haacaaluu Hundessaa Wal Dhabinaaree

Haacaaluu Hundessaa

Wal Dhabinaaree

Слушать
Скачать песню

Текст песни «Wal Dhabinaaree»

Haacaaluu Hundessaa

Wal irraa fagaanne kunoo
Dugda garaa tanee
Natti dhiistee deemte atisoo
Seenaa garaa hin baanee
Achi buuteen kee dhabamee
Akka miilla bakar waaree
Bareeddittii Awwaash gamma
Wal jaallachaa wal dhabnaaree
Achi buuteen kee dhabamee
Akka miilla bakar waaree
Bareedduu warra Afran Qallo
Wal jaallachaa wal dhabnaare
Wal dhabnaaree wal dhabnaaree
Wal dhabnaaree wal dhabnaaree
Wal dhabnaaree wal dhabnaaree
Wal dhabnaaree akkamitti wal dhabnaaree

Haroon haroo maayaa gogus maqaan gogu hin taatuu
Hanniyee malli maalii yaa haddiyee
Nii sosobu malee beekii garaan sobu hin taatuu
Hanniyee malli maalii yaa haddiyee
Aradda harargee keessa sumaafan marmaaraa
Hanniyee malli maalii yaa haddiyee
Wal fedhaa gargar hin baanu Rabbuu nu gargaraa
Hanniyee malli maalii yaa haddiyee
Dhaqee gaara mul'ataa warra
Hanniyaa gaafannaan abshir nan jedhan jarri
Anis abdii horadheen si barbaachan jabaadhe hayyummaa qaban jarrii
Natti himi teesson kee ciroomoo awwadayii
Si dhabee hin jiraadhu wallaahii billaahii
Dadarimoo carcarii eessuma teessoon kee?
Si barbaachan joora kunoo ani qeerroon kee
Natti himi teesson kee ciroomoo awwadayii
Si dhabee hin jiraadhu wallaahii billaahii
Dadarimoo carcarii eessuma teessoon kee?
Si barbaachan joora kunoo ani qeerroon kee
Wal dhabnaaree wal dhabnaaree
Wal dhabnaaree wal dhabnaaree
Wal dhabnaaree wal dhabnaaree
Wal dhabnaaree akkamitti wal dhabnaaree

Wal irraa fagaanne kunoo
Dugda garaa tanee
Natti dhiistee deemte atisoo
Seenaa garaa hin baanee
Achi buuteen kee dhabamee
Akka miilla bakar waaree
Bareeddittii Awwaash gamma
Wal jaallachaa wal dhabnaaree
Achi buuteen kee dhabamee
Akka miilla bakar waaree
Bareeddu warra Afran qalloo
Wal jaallachaa wal dhabnaare
Wal dhabnaaree wal dhabnaaree
Wal dhabnaaree wal dhabnaaree
Wal dhabnaaree wal dhabnaaree
Wal dhabnaaree akkamitti wal dhabnaaree

Diinni inni jaalala keetii diina miti beekaa
Hanniyee malli maalii yaa haddiyee
Iccitii jireenya kootiis bar suma maaf beekaa
Hanniyee malli maalii yaa haddiyee
Aradda Harargee keessa sumaafan marmaaraa
Hanniyee malli maalii yaa haddiyee
Wal fedhaa gargar hin baanu Rabbuu nu gargaraa
Hanniyee malli maalii yaa haddiyee
Dhaqee gaara mul'ataa warra
Hanniyaa gaafannaan abshir nan jedhan jarri
Anis abdii horadheen si barbaachan jabaadhe hayyummaa qaban jarrii
Natti himi teesson kee ciroomoo awwadayii
Si dhabee hin jiraadhu wallaahii billaahii
Dadarimoo carcarii eessuma teessoon kee?
Si barbaachan joora kunoo ani qeerroon kee
Natti himi teesson kee ciroomoo awwadayii
Si dhabee hin jiraadhu wallaahii billaahii
Dadarimoo carcarii eessuma teessoon kee?
Si barbaachan joora kunoo ani qeerroon kee
Wal dhabnaaree wal dhabnaaree
Wal dhabnaaree wal dhabnaaree

На странице доступен трек Wal Dhabinaaree от Haacaaluu Hundessaa (06:29). Слушайте онлайн или загрузите в mp3 в один клик бесплатно на свое устройство — выше есть текст песни.

Другие песни Haacaaluu Hundessaa

Свежее на Muzfrog

Все новинки →